Ergaa Jaalalaa Afaan Oromoo - Afaan Oromo Love SMS 1.2 Apk
Rate saved, Thank!
4.5 (1 votes)
Description of Ergaa Jaalalaa Afaan Oromoo - Afaan Oromo Love SMS
App kana irratti Ergaa Jaalalaa miidhagoo fi nama hawatan Afaan Oromootiin argachuu ni dandeessu. waliigalatti App'n kun Ergaa Jaalalaa 200 olii kan of keessatti hammateedha. yeroo yerotti kan isiniif daballu ta'a.
Nama jaalattaniif Ergaa Jaalaalaa Erguudhaan jaalala keessan ibsadhaa.
App kana irratti yaada keessan kennuu fi mallattoo urjii tuquun Review keessa kennaa.
Waan App keenya buufattaniif Galatoomaa.
Developed By Afaan Oromoo App.
Finfinnee, Ethiopia
Share this App
Install & Download
Also from Afaan Oromoo App
Similar apps
Afaan Oromoo English Dictionary - Galmee Jechoota
Afaan Oromoo Arabic Dictionary