Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 3.0 Apk

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 3.0 icon
Category: Music & Audio
Requires: Android 4.1 and up
Curent version: 3.0
Updated: 25.05.2021
Price: Free
Size: 97.63 Mb
Download: 1106

Rate saved, Thank!

3.3 (2 votes)

Description of Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama. Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii. ♪ Arjooma Keetiinii ♪ Haqiiqaa Islaamaa ♪ AhmadNuuril Hudaa ♪ Maqaan Kee ol taanaanii ♪ Nu Badhaafte Diinii ♪ Rabbi Sa'alNaaka ♪ Laa Shariika Lahuu ♪ Keyru Kalqillaahi ♪ Nutti Araarami Yaa Mootii ♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi ♪ innal Hamdalillaahi ♪ Filatamaa Taanee ♪ Ashrafal Mursaliinaa ♪ Manba'i Rahmatii ♪ Saahibil Aayaatii ♪ Astagfurullaahil Aziim Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine. 1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna. 2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha. 3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.

Read more...

Images

Share this App

Also from Keenyaa.com Technologies

Hiibboo Deebii Waliin 3.0 Apk

Hiibboo Deebii Waliin

Category: Entertainment
Free
Download Apk
Somali Islamic Books 1.0.7 Apk

Somali Islamic Books

Category: Books & Reference
Free
Download Apk
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-34 5.0 Apk

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 21-34

Category: Music & Audio
Free
Download Apk
Seera Umraa fi Hajjii 4.0 Apk

Seera Umraa fi Hajjii

Category: Education
Free
Download Apk
About Privacy Policy Feedback Report a policy violation